
Podcast Series
•
Afaan Oromoo
•
Education
SBS irraa Afaan Englishii baradhaa
Afaan Englishii fi aadaa Australia barachuun basha’aa. Afaan Englishii barachuun mijataa, gammachiisaa fi qabatamaa akka tahu kaayyoo keenya. Afaanicha barachuu qofa utuu hin taane jaalala illee irraa horadhaa!
Episodes
Qurxummii qabuu
15:48
Dhukkubbii qama kee akkamitti akka himattu
16:03
#49 Akka hin hubatin akkamitti akka ibsattu (giddu- galeessa)
16:03
#Eng Dhiifama gaafachuu baruu
16:03
Share