Yeroo kutaa biyyaa irraa gara kutaa biraatti sochootu waan si irraa eegamu.

SG Moving Interstate - A young woman is packing her moving boxes

Settlement in a new country is a significant process, so moving interstate can feel like settling twice. Credit: Catherine Delahaye/Getty Images

Awustraaliyaa keessatti lakkoofsi namoota kutaa biyyaa jijjiirratanii dabalaa deemaa jira. Sababa barmootaa, akkaataa jireenyaa, maatii fi akkasumas deggersa hawaasaa wayyawaaf jecha wagga waggaan kumaatamatu kutaa biyyaa gidduu bakka jireenyaa jijjiirrata. Seerri, dambiiwwan fi tajaajila kennitootni akkaataa kutaa biyyaatti adda adda waan tahuu malaniif; hubattee itti deemuun kee jireenya sii laaffisa. Socho’uu keessan – teessoo itti jijjiirrattan, bankii, godina, naannoo ykn kutaa biyyaa itti jijjiirrattan, geejjiba, tajaajila kennitoota adda addaa fi qama mootummaatti beeksisuu dabaluu qaba.


Hubannoo
  • Kutaa biyyaa keessa socho'uun of qopheessuu nama gaafata
  • Kutaaleen biyyaa hundi seeraa fi dambiiwwan garagaraa qabu
  • Bakka jijjiirachuun baasii hin eegamne illee nama gaafata
  • Jireenya akka namaa laaffisuuf, socho'uun dura odeeffannoo adda addaa argachuun itti qophaawuun dansa

It’s also worth thinking about leaving a forwarding address from your old residence as well, so your mail catches up with you.
Laurie Nowell, Public affairs manager, AMES Australia
new apartment selfie time
a young couple unpack their belongings as they settle into their new loft apartment . Credit: E+


Share